KAAYYOON keenya sagalee waaqayyoo karaa danda'ame hunda babaldhisuu fi itti fayyadamummaa afaan oromoo ol guddisuu dha. tube kana hiriyoota keessaniin ga'uun akkasumas dogongora jiru nu beeksisuun nu gargaaruu nii dandeesuu.Faarsaa tube subscribe gochuun faarfannaawwan biroo walaloosa waliin argachuu dandeesuu itti eebbifamaa tube kana Share Like Comment godhaa galatooma#old -afan-oromo-gospel-song
waaqayyo isin haa eebbisu!
Ещё видео!