Koomishiin Gamtaan Afriikaa Dura Taa’aa Dhaabbaticha gaggeessu Gurraandhala Fuuldudura keenyaa kana filuuf adeema. Dorgommii kanaaf kaadhimamtoonni amma kan duula na filadhaa kan jalqaban yoo ta’an, Muummeen Ministiraa Keeniyaa duraanii Raayilaa Odiingaa dhuma torbee kanaa, duula dorgommii isaanii Finfinneetti jalqabanii jiran. Raayilaan dubbii isaaniin sochiin daldala bilisaa Afriikaa keessatti akka baballatu, waloomni diinagdee akka jabaatu fi Gamtaan Afriikaa qaama hojii hojjechuu danda’u nan taasisa jechaan yoo ifoomsan, Dorgomaa isaanii keessaa takka kan ta’an Ministirri Haajaa Alaa Jabuutii Mahaamad Alii Yusuuf, Hoj – Maata dhaabbatichaa jijjiiruurratti akka Xiyyeeffatan VOA’f himanii jiran.
Former Kenya Prime Minister and Presidential candidate Raila Odinga who is running for the election of African Union Commission Chairperson vows to bring continental integration as he unveiled his candidacy in Addis on Saturday. Odinga said he wants to ease travel and business making among Africans. His main challenger, Djibouti Foreign Minister Mahamoud Ali Youssouf, the longest serving Foreign Minister in Africa said he is the “fittest” candidate for the post, and pledges to focus on skills, auditing process and implementing continental free trade.
Sagaleen Ameerikaa Sagantaan Afaan Oromoo oduu fi qophiiwwan dhimmoota wayitaawoo, akkasumas aadaa, fayyaa, dargaggoota, siyaasa, qonna, misooma fi ispoortii laallatan Wixataa amma Jimaataatti galgala sa’aa 8:30 irraa jalqabee dhiheessa. Nu hordofaa.
» Subskiraayib godhaa: [ Ссылка ]
» Vidiiyoo dabalataa laaluuf: [ Ссылка ]
VOA Afaan Oromoo hordofaa:
» MARSARIITII – [ Ссылка ]
» FEESBUUKII KEENYA LIKE GODHAA – [ Ссылка ]
» INSTAGRAAMII IRRATTI NUHORDOFAA – [ Ссылка ]
» TWITERII IRRATTI NUHORDOFAA – [ Ссылка ]
Ещё видео!