Guyyoota 10 keessaatti ulfaatinaa fi furdina hirdhisuun danda'ame.
Akkamitti:-
Guyyoota 10 keessaatti ulfaatinaa fi furdina hirdhisuun danda'ame.
Akkamitti:-
Bishaan ho'aa burcuqqoo tokko-
Loomii bakka lamatti muranii cuunfuu-
Damma faldhaana tokko (dammi ulfaatina hirdhisuu keessatti ni gargaara) itti naquun sirriitti waliin makuu-
Loomii haphisanii muruudhaan 1 ykn 2 itti dabaluu-
Amma dammi, loomii fi bishaan qophaayeeraa;
Waan kana ganama garaa duwwaa, ciree utuu hin nyaatiin daqiiqaa 20 dursaatii fudhadhaa-
Ganama ganama walitti aansuudhaa utuu hin dagatiin fudhannaan suuta suutaa furfina hirdhisuuf ni gargaara...
Dhugaatiin kun nyaanni qaama keessatti dafee akka daakamu, deeffuu dhukkuba garaachaatiin uumamuu fi qaamni ulfaatina akka hin daballes ni gargaara..
Dhugaatii kana guyyaatti yeroo tokko caala dabaltanii hin fayyadamiinaa/ fudhatiinaa...
Bishaan loomii ulfaatina hir'isuuf
Facebook:[ Ссылка ]...
Instagram: [ Ссылка ]...
Twitter: [ Ссылка ]
Telegram: [ Ссылка ]
#VIEntertainment #LifeHacks
Ещё видео!