Qabsoon jawar mohammed amma eegalee gonkumaayyuu ummata keenya miidhaa malee faayidaa tokkollee hin qabuuf sababnis ummanni amma rakkoo itti himu tokkollee hin barbaadu furmaata barbaadaa jira malee rakkoo fi dararaan ummata oromootiif haaraa miti dararamaa turan reebamaa turan hidhamaa turan kana akka haaraatti fidanii ummataan burjaajessuun sirrii miti uummanni keenya nagaa dhabee jireenyi itti qaala'ee jira amma bifa haarayaan qabsootti deebina jechuun dhiigaa ilmoo namaatii fi nafsee ilmoo namaatiin taphatu taati barruu gabaabduu haasawa kaleessa jawar mohammed godhee irraa kan fudhatameedha waan dubbiftaniif galatoomaa guutuu gabaasa kanaa viidiyoo keessaa ni argattu oduu kanaan wal fakkaatu dabalataan argatuuf channel keenya subscribe godhaa;
@oromo8016
Ещё видео!