Dargaggoonni aanaa Walmaraa, hojii simintoo irratti gurmaa'an waldaaleen kanaan dura hojii keessa galuun waggaa shanii ol hojjetan ce'uu dhabuu isaaniitiin hojii keessa osoo hingaliin hafuun miidhamneerra jechuun komatan.
Waajjirri Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa aanichaas, komii dargaggoota kanneenii furuuf kan hojjatu ta’uu ibseera.
Odeeffannoon Wayitaawaan bakka jirtanitti akka isin dhaqabuuf fuula miidiyaa hawaasaa OBN irraa odeeffannoo wayitaawaa argachuu yoo feetan:
Yuutuubii: Youtube.com/OBNoromiyaa?sub_confirmation=1
Feesbuukii Afaan Oromoo: [ Ссылка ]
Raadiyoo OBN [ Ссылка ]
Tiwiiterii: [ Ссылка ]
Feesbuukii Afaan Amaaraa:- [ Ссылка ]
Feesbuukii Afaan Ingilizii:- [ Ссылка ]
Teeleegraamii:[ Ссылка ]
Yeroo hunda waan nu waliin jirtaniif ulfaadhaa.
OBN Sagalee Uummataa.
Ещё видео!