Xayyaarri lafaa ka’ee qilleensa gubbaa jiraa jira. Osoma imalarra Jiran xayyaarichi rakkina godhate. Paayleetichi rakkina kana arginaan hatantamaan xayyaara buusuu akka qabu imaltoota hundatti himee xayyaara lafaan gahe. Doktorris akkuma xayyaararraa bu’een makiinaa kireeffatee karaa bu’e. Xiqqoo booda bubbeen hamaan ka’ee mukkeen gamaa gamana daaysuu eegale. Bokkaan hamaan roobee dachii dukkaneesse. Hangaasuun qaqawwisee hunda sodaachise. Lolaan yaa’ee daandii dhoyse. Makiinaan socho’uu dadhabdee karaa irraa mayxe… Viidiyoo kana keessatti seenaa ajaa’ibaa kana isiniif odeeysuuf deema. Qaamaa qalbiin na faana bu’aa.
Ещё видео!